| Kun kitaaba koo ti |
|
This is my book |
| Kunneen kitaabota koo ti |
|
These are my books |
| Kun borsaa isaa ti |
|
This is his bag |
| Kun borsaa ishee ti |
|
This is her bag |
| Kun iskiriibtoo Maarii ti |
|
This is Mary’s pen |
| Kun mana Maarii ti |
|
This is the house of Mary |
| Inni paarotii dha |
|
It is a parrot |
| Inni magariisa |
|
It is green |
| Kun paarotii isaanii ti |
|
It is their parrot |
| Kun paarotii Heleenii ti |
|
It is Helen’s parrot |
| Aaniin barattuu dha |
|
Ann is a student |
| Ani ofuma kootiin afaan Silheetii baradhe |
|
I learned Sylheti myself |
| Nuti ofuma keenyaan afaan Silheetii baranne |
|
We learned Sylheti ourselves |
| Inni ofuma isaatiin afaan Silheetii barate |
|
He learned Sylheti himself |
| Isheen ofuma isheetiin afaan Silheetii baratte |
|
She learned Sylheti herself |
| Isaan ofuma isaaniitiin afaan Silheetii baratan |
|
They learned Sylheti themselves |
| Wanti tokko ta’aa jira |
|
Something is happening |
| Wanti tokko illee ta’aa hin jiru |
|
Nothing is happening |
| Namni tokko deemuu danda’a |
|
One person can go |
| Namni tokko illee deemuu hin danda’u |
|
No one can go |
| Hundi isaanii deemaa jiru |
|
All are going |
| Muraasni deemaa jiru |
|
Some are going |
| Tokkoon tokkoon isaanii deemuu danda’u |
|
Each one may go |
| Namni hundi deemuu danda’a |
|
Everyone may go |
| Maqaan kee eennu? |
|
What is your name |
| Maqaan koo Sandiipi |
|
My name is Sandeep |
| Ani barataa dha |
|
I am a student |
| Inni baay’ee gammadeera |
|
He is very happy |
| Isaan gammaniiru |
|
They are happy |
| Ani konkolaataadhaan gara mana barumsaa deema |
|
I go to school by bus |
| Ani Joon miti |
|
I am not John |
| Ani Joonin beeka |
|
I know John |
| Akka sitti tolu nan abdadha |
|
I hope you like it |
| Inni walakkaa isaa fudhate |
|
He took half of it |
| Ani barsiisota koo nan kabaja |
|
I respect my teachers |
| Ani qarshii hin qabu |
|
I don’t have money |
| Mana guddaa qabaadhee hawwa |
|
I wish I had a big house |
| Konkolaataa kana bituuf walii galeera |
|
I agree to buy this car |
| Galatoomi |
|
Thank you |
| Keraalaa deemtee beektaa? |
|
Have you been to Kerala? |
| Waa’ee Keraalaa natti himuu dandeessaa? |
|
Can you tell me about Kerala? |
| Imalli gara Keraalaa sitti toleeraa? |
|
Did you like the trip to Kerala? |
| Waggaa tokko booda asitti deebi’eera. |
|
I have come back here after an year. |
| Asii eessa deemte? |
|
Where did you go from here? |
| Jalqaba gara Mumbaay deeme |
|
First I went to Mumbai |
| Sana booda gara Tiriivaandiram deeme |
|
Then I went to Trivandrum |
| Mumbaay keessatti maal goote? |
|
What did you do in Mumbai? |
| Mumbaay keessatti eessa bulte? |
|
Where did you stay in Mumbai? |
| Andheerii keessan ture |
|
I stayed in Andheri |
| Laaqana nyaatteettaa? |
|
Have you had lunch? |
| Iskiriibtoo naaf kennitaa? |
|
Will you give me a pen? |
| Iskiriibtoo naaf kennuu dandeessaa? |
|
Can you give me a pen? |
| Iskiriibtoo naaf kenniteettaa? |
|
Have you given me a pen? |
| Iskiriibtoo naaf kennitee? |
|
Did you give me a pen? |
| Maangoo nan jaalladha |
|
I like mango |
| Maangoo hin jaalladhu |
|
I don’t like mango |
| Maangoo nyaachuu baay’een jaalladha |
|
I love to eat mango |
| Mana kanaaf kiraa argachaa jirtaa? |
|
Are you getting rent for this house? |
| Kiraa ji’a kanaa argadheera |
|
I have got rent for this month |
| Konkolaataa kam eegaa jirta? |
|
Which bus are you waiting for? |
| Kitaabuma sanadhaa? |
|
Is it the same book? |
| Maaloo hanga ani deebi’utti eegi |
|
Please wait till I come back |
| Joorji eessa jira? |
|
Where is George? |
| Inni gara Koochii deemeera |
|
He has gone to Kochi |
| Joorji akkam jira? |
|
How is George |
| Inni nagaa dha. |
|
He is well. |
| Joorji maal ta’e? |
|
What happed to George? |
| Bishaan hammamii si barbaachisa? |
|
How much water do you need? |
| Maangoo nyaadheera |
|
I have eaten a mango |
| Raamuun maangoo nyaateera |
|
Ramu has eaten a mango |
| Raamuun maangoo nyaatee ture |
|
Ramu had eaten a mango |
| Raamuun maangoo nyaachaa tureera |
|
Ramu has been eating a mango |
| Raamuun maangoo nyaachaa ture |
|
Ramu had been eating a mango |
| Raamuun maangoo nyaachaa ture |
|
Ramu was eating a mango |
| Raamuun maangoo ni nyaata |
|
Ramu will eat a mango |
| Raamuun maangoo nyaachaa jiraata |
|
Ramu will be eating a mango |
| Akkam jirta? |
|
How are you? |
| Nagaa dha |
|
I am fine |
| Maaloo achi taa’uu dandeessaa? |
|
Can you please sit there? |
| Kitaaba kam barbaadaa jirta? |
|
Which book are you looking for? |
| Manni barumsaa eessa jira? |
|
Where is the school? |
| Baay’ee fagoo miti |
|
It is not very far |
| Gara bitaatti naanna’uu dandeessaa? |
|
Can you turn left? |
| Gara mirgaatti naannoftaa? |
|
Will you turn right? |
| Kallattiidhaan deemuu qabda. |
|
You have to go straight. |
| Kitaaba kana nan bite |
|
I bought this book |
| Booda ni deebitaa? |
|
Will you come back later? |
| Joorji abaaboo ni jaallata |
|
George likes flowers |
| Ani gara Jarmanii deemaa jira. |
|
I am going to Germany. |
| Dhukkubsataa waanan ta’eef gara qonnaa hin deemu. |
|
I am not going to farm because I am ill. |
| Galgala as ni ga’u. |
|
They will reach here in the evening. |
| Inni seenaa dubbisaa jira. |
|
He is reading the story. |
| Kun kitaaba isaa ti. |
|
This is his book. |
| Ganama obbariin kaataa? |
|
Do you get up early in the morning? |
| Sa’aatiin meeqa? |
|
What time is it? |
| Eessaa dhufta? |
|
Where are you from? |
| Eessa jiraatta? |
|
Where do you live? |
| Na gargaaruu dandeessaa? |
|
Can you help me? |
| Si gargaaruu danda’aa? |
|
Can I help you? |
| Gatiin isaa meeqa? |
|
How much does it cost? |
| Sif galeeraa? |
|
Do you understand? |
| Irra deebi’uu dandeessaa? |
|
Can you say that again? |
| Suuta dubbachuu dandeessaa? |
|
Can you speak slowly |
| Hoteela eessaa argachuu danda’a? |
|
Where can I find a hotel? |
| Eeyyee |
|
Yes |
| Lakki |
|
No |
| Tarii |
|
Maybe |
| Yeroo hunda |
|
Always |
| Gonkumaa |
|
Never |
| Dhuguma |
|
Of course |
| Rakkoon hin jiru |
|
No problem |
| Naaf hin galle. |
|
I don’t understand. |
| Hin beeku. |
|
I don’t know. |
| Dhiifama, afaan Faransaay hin dubbadhu. |
|
I’m sorry, I don’t speak French. |
| Karaatu jalaa bade. |
|
I’m lost |
| Afaan Faransaay koo gaarii miti. |
|
My French is bad. |
| Tikeetii gara Niiw Yoorkin barbaada |
|
I need a ticket to New York |
| Tikeetii nan barbaada |
|
I want a ticket |
| Booda wal agarra. |
|
See you later. |
| Bor wal agarra. |
|
See you tomorrow. |
| Maaltu uumame? |
|
What’s the matter |
| Maaltu ta’aa jira? |
|
What’s happening? |
| Beela’eera |
|
I’m hungry |
| Dheebodheera. |
|
I’m thirsty. |
| Tikeetii qaba. |
|
I have a ticket. |
| Nan irraanfadhe. |
|
I forgot. |
| Baga gammadde |
|
Congratulations |
| Amma deemuu qaba. |
|
I must go now. |
| Haa deemnu |
|
Let’s go |
| Baay’ee gaarii |
|
Very good |
| Gaarii |
|
Good |
| Hamaa |
|
Bad |
| Hamaa miti |
|
Not bad |
| Deemuu qaba. |
|
I have to go. |
| Deelhii keessan jiraadha |
|
I live in Delhi |
| Umuriin koo waggaa 40. |
|
I am 40 years old. |
| Dhiifama. |
|
I’m sorry. |
| Adurreen eessa jirti? |
|
Where is the cat? |
| Adurreewwan eessa jiru? |
|
Where are the cats ? |
| Adurreen kunooti. |
|
Here is the cat. |
| Adurreewwan kunooti. |
|
Here are the cats. |
| Achi jira. |
|
There it is. |
| Achi mukatu jira. |
|
There is a tree. |
| Achi mukkeen jiru. |
|
There are trees. |
| Achi mukatu ture. |
|
There was a tree. |
| Achi mukkeentu ture. |
|
There were trees. |
| Afaan Faransaayiin akkamitti jedhama? |
|
How do you say it in French? |
| Sun maali? |
|
What is that? |
| Rakkoo hin qabu. |
|
It doesn’t matter. |
| Dadhabeera |
|
I’m tired |
| Na dhukkubaa jira |
|
I’m sick |
| Beela’eera |
|
I’m hungry |
| Dheebodheera |
|
I’m thirsty |
| Dhimma koo miti. |
|
I don’t care. |
| Hin yaadda’in! |
|
Don’t worry! |
| Rakkoo hin qabu. |
|
It’s alright. |
| Baga gammadde! |
|
Congratulations! |
| Sin jaalladha. |
|
I love you. |
| Haaraan maaltu jira? |
|
What’s new? |
| Hanga kana miti. |
|
Not much. |
| Akkam jirta? |
|
How are you? |
| Maqaan kee eennu? |
|
What’s your name ? |
| Sa’aatii meeqatti bantuu? |
|
What time do you open? |
| Kitaabni koo kunooti. |
|
Here is my book. |
| Bor erguu dandeessaa? |
|
Could you send it tomorrow? |
| Konkolaataan yoom ga’a? |
|
When will the bus arrive? |
| Kan kana irra xiqqaatu qabdaa? |
|
Do you have a smaller one? |
| Kan kana irra guddaatu qabdaa? |
|
Do you have a bigger one? |
| Maaloo isatti bilbiluu dandeessaa? |
|
Could you please call him? |
| Saanduqa koo baachuu na gargaaruu dandeessaa? |
|
Could you help me carry my box? |
| Kunneen borsawwan koo ti. |
|
These are my bags. |
| Maaloo foddaa cufi. |
|
Please close the window. |
| Maaloo asitti dhaabi. |
|
Please stop here. |
| Maaliif akkas baay’ata? |
|
Why is it so much? |
| Ani Jarman irraan dhufe. |
|
I am from Germany. |
| Kutaan meeqatti? |
|
How much is the room? |
| Umuriin kee meeqa? |
|
How old are you ? |
| Umuriin koo waggaa 25. |
|
I’m 25 years old. |
| Eeyyee, xinnoo nan dubbadha. |
|
Yes, I speak a bit. |
| Lakki, Afaan Faransaay hin dubbadhu. |
|
No, I don’t speak French. |
| Akkam jirta? |
|
How do you do ? |
| Nagaa dha, galatoomi. |
|
I’m fine, thank you. |
| Booda wal agarra |
|
See you later |
| Hiikni isaa maali? |
|
What does it mean? |
| Ani Jarman irraan dhufe |
|
I’m from Germany |
| Maaloo iskiriibtoo naaf kenni |
|
Please give me a pen |
| Galatoomi |
|
Thank you |
| Dhiifama |
|
Excuse me |
| Daqiiqaa tokko qofa |
|
Just one minute |
| Tikeetiin gara Mumbaay meeqa? |
|
How much is a ticket to Mumbai? |
| Baaburri kun eessa deema? |
|
Where does this train go? |
| Konkolaataan kun Mumbaay keessa ni dhaabataa? |
|
Does this bus stop in Mumbai? |
| Konkolaataan Mumbaay yoom ka’a? |
|
When does the bus for Mumbai leave? |
| Konkolaataan kun yoom Mumbaay ga’a? |
|
When will this bus arrive in Mumbai? |
| Akkamitti gara Mumbaay deema? |
|
How do I get to Mumbai ? |
| Karaa gara Mumbaay geessu natti himuu dandeessaa? |
|
Can you tell me the way to Mumbai? |
| Gara bitaatti naanna’i. |
|
Turn left. |
| Gara mirgaatti naanna’i. |
|
Turn right. |
| Kallattiidhaan |
|
straight ahead |
| Kutaan duwwaan ni jiraa? |
|
Do you have any rooms available? |
| Kutaa nyaata itti hojjetan ilaaluu danda’aa? |
|
Can I look in the kitchen? |
| Bishaan xinnoo naaf kennitaa? |
|
May I have some water? |
| Tokko dabalataa, maaloo. |
|
One more, please. |
| Kutaa kana ni fudhattaa? |
|
Would you take this room? |
| Fedhii hin qabu. |
|
I’m not interested. |
| Tole, nan fudhadha. |
|
OK, I’ll take it. |
| Borsaa argachuu danda’aa? |
|
Can I have a bag? |
| Bilbila keetti fayyadamuu danda’aa? |
|
Can I use your phone? |
| Hojiin kee maali? |
|
What is your job? |
| Mumbaay hammam fagaatti? |
|
How far is Mumbai? |
| Kana barreessuu dandeessaa? |
|
Could you write this down? |
| Kun maali? |
|
What is this? |
| Wanti kana irra rakasa ta’e ni jiraa? |
|
Do you have anything cheaper? |
| Shaayii ni jaallattaa? |
|
Do you like tea? |
| Kitaabni hunda caalu kami? |
|
Which is the best book? |
| Adurree hin jaalladhu. |
|
I don’t like cats. |
| Gara Deelhiin deemuu barbaada |
|
I’d like to go to Delhi |
| Suuta, maaloo |
|
More slowly, please |
| Maal hojjechaa jirta? |
|
What are you doing? |
| Afaan Ingiliizii ni dubbattaa? |
|
Do you speak English? |
| Namni asitti Afaan Ingiliizii dubbatu ni jiraa? |
|
Is there someone here who speaks English? |
| Afaan Hindii nan dubbadha |
|
I speak Hindi |
| Afaan Hindii hin dubbadhu. |
|
I don’t speak Hindi. |
| Afaan Hindii dubbachuu hin danda’u |
|
I can’t speak Hindi |
| Afaan Hindii xinnoo nan dubbadha. |
|
I speak some Hindi. |
| Naaf hin galle. |
|
I don’t understand. |
| Suuta dubbadhu |
|
Speak more slowly |